4.9/5
( 761+ reviews)
Features Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse)
Appn kun waaee sirna qulqulleessa mana kiristaanna ortodooksii tawahidoo jalqabaa kaasse hangaa xumuraa rawwii sirna qulqulleessatti kan of keessa qabu waan taeef, namni kamiyyuu app kana fayyadamuun sirni qiddaassee maal akka taee; maal jechuun akka galateeffattan akkasumas sirni kun jalqabaa isaa eenyuun egallee, essaatti egallee kan jedhu kanneen biro hedduu waan of keessa qabuuf baayee isin fayyadaa jechuun kan qopheessinedha.
Isiniis yeroo itti fayyadamtaan rakkoo kamiyyuu yoo isiin mudaate nuf barreessuu hin dagattina.
📊
Productivity Tools
Boost your productivity with powerful tools and features.
Screenshots
See the Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse) in Action
Get the App Today
Download on Google Play
Available for Android 8.0 and above